Monday, September 12, 2016

#OromoProtests: 40 year old brutally killed in Maqi, East Shawa #Ethiopia

#OromoProtests A man named Habtamu Roba Koji, a 40 year old father of 2 was killed in Maqi, East Shawa. The Agazi were transporting youth arrested in nearby Habura at 5 AM this morning. The youth weres creaming for help. Awoke by the disturbance, Habtamu stepped out of his house what was happening. He was shot and killed right on his door step.
=================
Shawaa Bahaa naannawa Maqiitti ilmi Oromoo habtaamuu Roobaa Koojji jedhamu, namni umrii 40 fi abbaa ilmaan lamaa ganama kana rasaasaa Agaaziitin ajjeefamee jira. Agaaziin dargaggoota Oromoo Haburaatti qabde osoo konkolaataan feetee deemtuu dargaggoon dhumne jechuun ummatatti iyyite. Yeroo kana Habtaamuun kan manni isaa kararraa maaltu dhalate jedhee gadi bahe. Balbaluma isaa irratti rasaasa Agaaziitiin mormarra dhahamee wareegame.

Source: https://m.facebook.com/Jawarmd/posts/pcb.10102534017655103/?photo_id=10102534009676093&mds=%2Fphotos%2Fviewer%2F%3Fphotoset_token%3Dpcb.10102534017655103%26photo%3D10102534009676093%26profileid%3D1257415004%26source%3D48%26cached_data%3Dtrue%26ftid%3Du_0_n&mdf=1

No comments:

Post a Comment